Batala Warra Afaan Tokkoo Ol Dubbatanii


Baga Nagayaan Dhuftan/Ann Haa-dhufu!



Batali Warra Afaan Tokko Ol Dubatanii waraaf baratoota afaan Ingliiz'i tin ala dubbataniif gargaarsa godha. Hojjatooni teenna ka bakka bakkaa walitti dhufan gama maqaa ijoolee teesanii galfatuu dhan, geejiba ijoolee teesanii, waraqaa rekordii ijoolee teesanii, qormaataf karaa adda adaatin isin gargaaru dandayan. Walgayii maneen barmootaa keessatti godhamtu irratti afaan isini hiikku dhaaf waraqaa afaan keessanitti jijiiruulee isin gargaarra.

Maaloo mana barmoota Aki Kurose Kutaa Walak'a balbala 105 ka teeson 3928 South Graham Street tayetti koot'a nu laalaa. Yeroon waajjiri keenna banaa dhaa ganama saa'a 8:30 hama galgala saa'a 4:00, Wiixataa hama Jimaataa ti. Takkaa (206) 252-7750ti nuu bilbilchaa..


Updated on: February 23, 2008

Enrollment Check List
Family Support Worker
Five Year Plan
Home Language Survey
Immunization