| Batala Warra Afaan
Tokkoo Ol Dubbatanii
Baga Nagayaan Dhuftan/Ann
Haa-dhufu!
Batali Warra Afaan Tokko Ol Dubatanii waraaf baratoota afaan
Ingliiz'i tin ala dubbataniif gargaarsa godha. Hojjatooni teenna ka
bakka bakkaa walitti dhufan gama maqaa ijoolee teesanii galfatuu
dhan, geejiba ijoolee teesanii, waraqaa rekordii ijoolee teesanii,
qormaataf karaa adda adaatin isin gargaaru dandayan. Walgayii
maneen barmootaa keessatti godhamtu irratti afaan isini hiikku
dhaaf waraqaa afaan keessanitti jijiiruulee isin gargaarra.
Maaloo mana barmoota Aki Kurose Kutaa Walak'a balbala 105 ka
teeson 3928 South Graham Street tayetti koot'a nu laalaa. Yeroon
waajjiri keenna banaa dhaa ganama saa'a 8:30 hama galgala saa'a
4:00, Wiixataa hama Jimaataa ti. Takkaa (206) 252-7750ti nuu
bilbilchaa..
Updated on: February 23, 2008
|
Enrollment Check
List
Family
Support Worker
Five
Year Plan
Home Language Survey
Immunization
|